ApkDownload

Oromo Dr APK

Última Versión 1.0 para Windows
Actualizada 11 de May de 2018

Información de la Aplicación

Versión 1.0 (#1)

Actualizada 11 de May de 2018

Tamaño APK 4.4 MB

Requiere Android Android 4.0+ (Ice Cream Sandwich)

Ofrecida por Busha Dinsa

Categoría Aplicación Educación Gratis

Aplicación id com.fayyaakeenya.fayyaakeenya

Notas del desarrollador Fayyaan Keeny faayaa Keenya!

Capturas de pantalla

Haga clic en la imagen para verla en tamaño completo

Últimas actualizaciones

Novedades de Oromo Dr 1.0

Dr Naafyaad Geetuu
Fayyaan keenya faayaa keenya.
Naannoo nuti keessa jiraanu,
qulqullinni qilleensaa nuti fudhannu wantootni nuti nyaannuuf dhugnu fi wantootni ijaan
mul'ataniif hin mul'anne muraasni fayyaa keenyaarratti miidhaa garaagaraa fidu. Namni tokko yoo fayyaa tahe
ka'ee deemuu danda'a, Yoo fayyaa ta'e baratee iddoo guddaa ga'uu danda'a, yoo fayyaa
ta'e hojjettee nyaachuu danda'a. Kanaaf Fayyaa keenya haa eeggannu.

Descripción

Naannoo nuti keessa jiraanu,
qulqullinni qilleensaa nuti fudhannu wantootni nuti nyaannuuf dhugnu fi wantootni ijaan
mul'ataniif hin mul'anne muraasni fayyaa keenyaarratti miidhaa garaagaraa FIDU. namni
tokko fayyaa kan jennu, qaamaan fayyaa yoo Tahe, sammuun fayyaa yoo taheef hawaasa
waliin jiraati waliin nageenya yoo qabaate fayyaadha jechuu dandeenya. Kanaaf Haala
nyaata keenyaa fi itti fayyadama nyaatan, akkataa jireenya keenyaan, qulqullina
nyaataan, qulqullina qaamaan, araadawwan garaagaraan, Haala Walii Galtee hawaasa
waliin qabnuun fi kkf Fayyaan Keenya hubamuu danda'a. Namni tokko yoo fayyaa Tahe
ka'ee deemuu danda'a, Yoo fayyaa ta'e baratee iddoo guddaa ga'uu danda'a, fayyaa yoo
ta'e hojjettee nyaachuu danda'a. Kanaaf Fayyaa Keenya haa eeggannu.

Valoraciones y Reseñas

Valoración: 1.0 de 5 · Less than 100 votos

(*) es necesario

Versiones anteriores

Oromo Dr 1.0 APK para Windows (#1, 4.4 MB)