ApkDownload

Faarfannaa Galata Maariyaam APK

Neueste Version 1.0 für Windows
Aktualisiert 02. June 2016

Information

Version 1.0 (#1)

Aktualisiert 02. June 2016

APK-Dateigröße 721.7 KB

Erforderliche Android-Version Android 4.0+ (Ice Cream Sandwich)

Angeboten von Abraham Sisay

Kategorie Kostenlose Bücher & Nachschlagewerke

Anwendung id mk.geletemaryam

Hinweise des Entwicklers WaldaaQulqullootaa.ማኅበረ ቅዱሳን

Screenshot

Klicken Sie auf das Bild, um es in voller Größe anzuzeigen

Beschreibung

Galanni Giiftii Keenyaa Dubroo Maariyaam jalqabatti qulqulluu Efreem, Nama Soriyaatiin, Afuurri qulqulluu ISAAF ibseetu Barreeffame, kana boodas Gara Afaan Gi'iziitti deebi'ee yeroo Hedduuf biyya Keenya keessatti tajaajila kadhannaa Mana Kiris taanaa Ortodoksii keessatti kennaa tureera, Ammas itti tajaajilamaa jira. Yeroo booda garuu, Gara Afaan Amaaraatti jijjiiramee hojiirra ooleera. Fedhiin amantoota Afaan Oromootiin barachuu, dubbisuufi kadhachuun yerootii yerootti dabalaa waan dhufeef Yeroo jajaqabaaf bara 1990 A.L.I tti GAR Afaan Oromotti jijjiiramee Dhiyaate.
        Bara 1996 A.L.I tti Munition yeroo lammaffaaf Keessa deebi'amee sirraa'ee maxxanfame. Fedhiin kitaaba kadhannaa kanaaf jiru waan dabalaa dhufuuf yeroo addaddaa maxxanfamee raabsameera.

Hojiin jijjiirraa kitaaba Kanaa Kanaan rawwata jechuu Otoo hin ta'iin, yaada dubbistootarraa Argamum fuldurattis keessa deebi'amee ni hojjetama. \ N \ n (Maxxansa bara 1996 2004 fi 2006 kan gulaale Waasihuun Amanuu dha.)

Eebbi haadha keenyaa Dubroo
Maariyaam bara baraan nu Wajjin
haa Ta'u. Ameen.

M / K / A / T / I / Q / Q / M / B / D /
Waldaa
Qulqullootaa.

Bewertungen und Rezensionen

Bewertung: 4.0 / 5 · Less than 100 Ergebnisse

(*) ist erforderlich

Frühere Versionen

Faarfannaa Galata Maariyaam 1.0 APK für Windows (#1, 721.7 KB)